SlideShare a Scribd company logo
1 of 22
Download to read offline
Maqootii Allah
Asmaa'ullaahul Husna
Maqootii Allah Gaggaarii 99
1. Ar­Rahmaan­Kan Rahmann isaa waa
hunda wal­gahe,ulaagaa iimaanaa malee
2. Ar­Rahiim­Kan kennaa gurguddon
nama isatti amane qananiisu.
3. Al­Malik­((Mootummaa waa hundaa kan
Maqootii Allah
qabu yeroo mara
4. Al­Qudduus­Qulqulluu
5. As­Salaam­Nagaya Burqaa nageenya
hundaa
6. Al­Mu'minu­ Kan imaana kennu
7. Al­Muheeyminu))­Wabii, Dahoo kan
uumama isaa eegu, tiysu
8. Al­Aziiz­Kan Humni/Aangon isaa hin
laafne kan yoomiyyu hin mo'atamne
9. Al­Jabbaar­Dirqisiisaa kan uumamni
Maqootii Allah
hundi akka inni fedhe ta'uutti dirqamu
10. Al­Mutakabbir­Kan if Guddise, Kan
guddina isaa waa hunda keessatti mul'isu
11. Al­Khaaliq­Uumaa Kan waa hunda
dhabarraa arkamsiise
12. Al­Baari'u­Kan eega Uume, gara
(sadarkaa) biraatti naanneysu ykn jijjiiru.
13. Al­Musawwiru­Kan waan Uume
unkaa,bifaafi boca ifiin fedhetti arkamsiisu
Maqootii Allah
14. Al­Ghaffaar­'Araaramaa Kan daddebi'e
namaaf araaramu
15. Al­Qahhaar­Boji'aa/Caccabsaa kan
waa hunda if­jalatti too'atu
16. Al­Wahhaab­Kennaa kan kennaa
isaatin daangaa malee nama badhaasu
17. Al­Razzaaq­Waan uumamni itti
haajamu hunda kan kennuuf, qallabaafi,
k,k,f,.
18. Al­Fattaah­Kan Banu/furaa hulaa
Maqootii Allah
dhimma diinii duniyaa hunda
19. Al­Aliim­Beekhaa waa hundaa Kan
wanni takkallen beekumsa isaa jalaa
dhokochuu hin dandeenye
20. Al­Qaabid­Xiqqeysaa ykn qabataa kan
hikmaa isaatin abbaa fedhef bal'isee,kan
fadherraa gabaabsu
21. Al­Baasix­Bal'isaa Hikmaa isaatin kan
nama fedhef rizqii bal'isu
Maqootii Allah
22. Al­Khaafid­Xiqqeysaa Kan sadarkaa
(kabajaa) nama fedhee gad buusu, gadi­
galoo godhu
23. Ar­Raafi'u­Ol­Fuudhaa Kan nama
fedhef sadarkaa ol kaasu
24. Al­Mu'izzu­Abbaa kabajaa Kan
kabajaa namatti godhu
25. Al­Muzillu­Salphisaa kan Nama haqa
dide Salphisu
26. As­Samii'u­Dhageyaa Waa hunda kan
Maqootii Allah
dhagayu,fagaattus,gad­qabdus,isaaf
tokkuma
27. Al­Basiir­Argaa Kan waa hunda argu,
dhokottuu fi mullattus,iddoo kamittuu
28. Al­Hakam­Kan Haqa Murteessu Kan
Dhugaa Murteessee, murtii isaa
raawwachiisu
29. Al­Adlu­Wal­Qixxeessaa Kan
Hundaafu Haqaan murtii godhu
30. Al­Laxiif­Gamna Hundarraa Kan Waa
Maqootii Allah
hunda haqiiqaa isii beeku Kan uumamni
haqiiqaa isaan beyne
31. Al­Khabiir­Keessa beekhaa waa
hundaa
32. Al­Haliim­Kan akkaan obsa qabu
33. Al­Aziim­Guddaa hundaa olii
34. Al­Ghafuur­Abbaa dhiifamaa,
Araaramaa
35. Ash­Shakuur­Galateeffataa kan
Maqootii Allah
dalagaa xiqqoo gabrichaa dachaan Galata
galchuuf
36. Al­Aliyyu­Ol­Aanaa kan waa hundaa ol
tahe
37. Al­Kabiir­Guddaakan guddina hoonga
gahe qabu
38. Al­Hafiiz­Tiksaa kan waa hunda tiysu
39. Al­Muqiit­kan waa hunda qallabu
40. Al­Hasiib­Herragaa kan hojii gabrottan
isaa herragu
Maqootii Allah
41. Al­Jaliil­Saahiba Guddinaa kan ulfina
qabu
42. Al­keriim­Arjaa Honga gahe
43. Ar­Raqiib­Kan ilaalu/Daawwatu waan
fedhe laaluf kan dhihoo jiru
44. Al­Mujiib­Owwaataa Kan kadhaa
gabroottan isaa qeebalu
45. Al­Waasi'u­Kan Bal'aa
(beekumsaan)Kan beekumsi isaa waa hunda
Maqootii Allah
marfate
46. Al­Hakiim­Hayyuu Kan waa hunda
bakka isiin malu kaayu
47. Al­Waduud­Jaalataa, Jaalamaa
48. Al­Majiid­Kabajaafi faaruu guutuu kan
qabu
49. Al­Baa'isu­Kan du'aa kaasukan eega
du'ani nama jiraachisu
50. Ash­Shahiid­Ragaa kan tokkichummaa
Maqootii Allah
isaa ragaa bahe
51. Al­Haqqu­Dhugaa/isa dhugaan
jiruinnis dhugaa, jechi isaatis dhugaa
52. Al­Wakiil­Irkoo Isa waa hundi itti
irkatu, irkof gahaa
53. Al­Qawiyyu­ Jabaa/isa Humna hunda
qabu
54. Al­Matiin­Dhaabbataa/isan
Jijjiiramneisan shaaramne, hin laafne
Maqootii Allah
55. Al­Waliyyu­Gargaaraa, Tiysaa,
Kunuunsaa gabricha isaa
56. Al­Hamiid­Isa Faaruun male,Kan
faarfamuu qabu, haqa godhatu
57. Al­Muhsii­Isa waan uume hunda
Lakkoofsaan beeku, argu
58. Al­Mubdi'u­Isa Uumama waa hundaa
Jalqabe fakkenyi isa dura Osoon jirre
59. Al­mu'iid­Isa waan dhabame,
nyaadhame deebisee Uumuu danda'u
Maqootii Allah
60. Al­Muhyii­Jiraachisaa isa waan
lubbuun qabne itti godhu
61. Al­Mumiitu­ Ajjeesaa
62. Al­Hayyu­Jiraataa kan hin duune isa
jiruun isaa wahirrattin hundooyne
63. Al­Qayyum­If­Gahaa Kan Jireenyi waa
hundaa isarratti irkatu garuu, ofii humaattin
haajamu
64. Al­Waajidu­ Isa waan dhabame/bade
Maqootii Allah
Argu
65. Al­Maajidu­Isa dhugaan dandeettii isaa
waa hunda kessatti garsiisu
66. Waahidu­Tokko/Kan waan biro irraa
addaa kan wanni akka isaan jirre
67. Al­Ahadu­Tokkicha laman taane
68. As­Samadu­­Dureysa hin haajamne
Kan waa hundi itti haajamu.
69. Al­Qaadiru­­Dandayaa Isa dandeettiin
isaa daangaan qabne
Maqootii Allah
70. Al­Muqtadiru­ Dandeessisaa dandetti
kan uumu
71. Al­Muqaddimu­ Dura­Aansaa
72. Al­Mu'akhiru­ Booda­Aansaa
73. Al­Awwalu­Kan Duraa Isa waa hunda
dura jiru
74. Al­Aakhiru­Kan Boodaa Kan wanni
Isa booda hafun jirre
75. Az­Zaahiru­Mul'ataa Isa nama hikmaa
Maqootii Allah
isaa kessaan beekuu barbaaduf kan mullatu
76. Al­Baaxinu­Dhokotaa Nama qaama
miiraatin isa arkuu fedhe jalaa kan dhokotu
77. Al­Waalii­Bulchaa/Hogganaa/
Gaggeessaa waa hunda too'atu
78. Al­ Muta'aalii­Ol­Tahaa Isa waan
Uumamni qabu/fakkaatu
qabaachuu/fakkaachurraa fagaate
79. Al­Barru­Tola­Oolaa
80. At­Tawwaabu­Isa Hogguu namaa
Maqootii Allah
deebi'unama garasaa deebi'u jaalatu
81. Al­Muntaqiimu­Isa Hijaa
Bahu(mujrimtootarraa)
82. Al­Afuwwu­Kan Badii guututti namaa
dhiisu
83. Ar­Ra'uufu­Kan namaa rifatu, osoo
akka namaanlaalle arjoomu
84. Maalikul­Mulki­ Mootii Moototaa
85. Zuljalaali­Wal­Ikram­Abbaa
Maqootii Allah
Guddinaafi Kabajaa waliigalaa
86. Al­Muqsixu­Kan Wal­Qixxeeysu
Haqaan
87. Al­Jaami'u­Kan Waan Uume hunda
Walitti Qabu
88. Al­Ghaniyyu­Dureessa Humaattin
Haajamne Guutumaa Guututti If­danda'aa
89. Al­Mughniyyu­Duroomsaa Isa
durooma nama fedhef kennu
Maqootii Allah
90. Al­Maani'u­DhoorgataaIsa hamtuu
namarraa qabu
91. Ad­Daarru­Isa Hamtuun nama tuqu
92. An­Naafi'u­''Kan nama fayyadu
Hamtuurraa nama Eewala
93. An­Nuuru­Ifaa Ifaa Samiifi, dachii kan
tahe
94. Al­Haadi­Qaceelchaa Isa waa hunda
Maqootii Allah
Uumee, waan uumamtef irratti qajeelche
95. Al­Badii'u­Kan Jalqaba Hawaa kan
duraan hin jirre, ilaallata malee argamsiise
96. Al­Baaqii­Waaraa/Kan Bakkatti
hafu.Wanni hundi ni dhumti, fuula isaa
malee
97. Al­Waarisu­ Dhaalaa Kan waa hunda
Dhaalu
98. Ar­Rashiidu­ Barsiisaa Gaarii
Maqootii Allah
99. As­Sabuuru­Kan akkaan Obsa qabu

More Related Content

What's hot

Academic Analysis of IHCL
Academic Analysis of IHCLAcademic Analysis of IHCL
Academic Analysis of IHCLGanesh Iyer
 
أدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدر
أدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدرأدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدر
أدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدرأذكر الله يذكرك
 
InterContinental Hotels Group IHG®
InterContinental Hotels Group IHG®InterContinental Hotels Group IHG®
InterContinental Hotels Group IHG®Fazlea Allahie
 
Classification cost
Classification costClassification cost
Classification costavirock14
 
28 متشابهات في سورة القصص
28  متشابهات في سورة القصص28  متشابهات في سورة القصص
28 متشابهات في سورة القصصRivado
 
Comparative analysis of different hotels itc, marriott, hyatt n le meridien
Comparative analysis of different hotels  itc, marriott, hyatt n le meridienComparative analysis of different hotels  itc, marriott, hyatt n le meridien
Comparative analysis of different hotels itc, marriott, hyatt n le meridienAnuj Diwakar
 
| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...
| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...
| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...Ahmad Hassan
 

What's hot (8)

Academic Analysis of IHCL
Academic Analysis of IHCLAcademic Analysis of IHCL
Academic Analysis of IHCL
 
مائة حديث صحيح للحفظ من قصار الأحاديث
مائة حديث صحيح للحفظ من قصار الأحاديثمائة حديث صحيح للحفظ من قصار الأحاديث
مائة حديث صحيح للحفظ من قصار الأحاديث
 
أدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدر
أدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدرأدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدر
أدعية النبي صلى الله عليه وسلم - عبد المحسن العباد البدر
 
InterContinental Hotels Group IHG®
InterContinental Hotels Group IHG®InterContinental Hotels Group IHG®
InterContinental Hotels Group IHG®
 
Classification cost
Classification costClassification cost
Classification cost
 
28 متشابهات في سورة القصص
28  متشابهات في سورة القصص28  متشابهات في سورة القصص
28 متشابهات في سورة القصص
 
Comparative analysis of different hotels itc, marriott, hyatt n le meridien
Comparative analysis of different hotels  itc, marriott, hyatt n le meridienComparative analysis of different hotels  itc, marriott, hyatt n le meridien
Comparative analysis of different hotels itc, marriott, hyatt n le meridien
 
| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...
| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...
| Managerial Accounting | Chapter 7 | Systems Design: Activity-Based Costing ...
 

Similar to (Maqaa Rabbii new).docx.pdf

Imam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print okeImam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print oketeguh.qi
 
Bismillahirrohmaanirrohiim.docx
Bismillahirrohmaanirrohiim.docxBismillahirrohmaanirrohiim.docx
Bismillahirrohmaanirrohiim.docxssuser5259d1
 
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat KurniaAhmad Harmoko
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuteguh.qi
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuteguh.qi
 
4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah
4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah
4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah RuhiyahAhmad Harmoko
 
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbNuradin Sultan
 
Wantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuWantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuNuradin Sultan
 
Wantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuWantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuNuradin Sultan
 

Similar to (Maqaa Rabbii new).docx.pdf (11)

Imam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print okeImam yasinan rutin tq print oke
Imam yasinan rutin tq print oke
 
Bismillahirrohmaanirrohiim.docx
Bismillahirrohmaanirrohiim.docxBismillahirrohmaanirrohiim.docx
Bismillahirrohmaanirrohiim.docx
 
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
5. aqidah rukun iman Mabda ISLAM Rahmat Kurnia
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
 
4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah
4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah
4. ISLAM aqidah siyasiyyah Dan Aqidah Ruhiyah
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
 
Wantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuWantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysu
 
Wantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuWantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysu
 

(Maqaa Rabbii new).docx.pdf

  • 1. Maqootii Allah Asmaa'ullaahul Husna Maqootii Allah Gaggaarii 99 1. Ar­Rahmaan­Kan Rahmann isaa waa hunda wal­gahe,ulaagaa iimaanaa malee 2. Ar­Rahiim­Kan kennaa gurguddon nama isatti amane qananiisu. 3. Al­Malik­((Mootummaa waa hundaa kan
  • 2. Maqootii Allah qabu yeroo mara 4. Al­Qudduus­Qulqulluu 5. As­Salaam­Nagaya Burqaa nageenya hundaa 6. Al­Mu'minu­ Kan imaana kennu 7. Al­Muheeyminu))­Wabii, Dahoo kan uumama isaa eegu, tiysu 8. Al­Aziiz­Kan Humni/Aangon isaa hin laafne kan yoomiyyu hin mo'atamne 9. Al­Jabbaar­Dirqisiisaa kan uumamni
  • 3. Maqootii Allah hundi akka inni fedhe ta'uutti dirqamu 10. Al­Mutakabbir­Kan if Guddise, Kan guddina isaa waa hunda keessatti mul'isu 11. Al­Khaaliq­Uumaa Kan waa hunda dhabarraa arkamsiise 12. Al­Baari'u­Kan eega Uume, gara (sadarkaa) biraatti naanneysu ykn jijjiiru. 13. Al­Musawwiru­Kan waan Uume unkaa,bifaafi boca ifiin fedhetti arkamsiisu
  • 4. Maqootii Allah 14. Al­Ghaffaar­'Araaramaa Kan daddebi'e namaaf araaramu 15. Al­Qahhaar­Boji'aa/Caccabsaa kan waa hunda if­jalatti too'atu 16. Al­Wahhaab­Kennaa kan kennaa isaatin daangaa malee nama badhaasu 17. Al­Razzaaq­Waan uumamni itti haajamu hunda kan kennuuf, qallabaafi, k,k,f,. 18. Al­Fattaah­Kan Banu/furaa hulaa
  • 5. Maqootii Allah dhimma diinii duniyaa hunda 19. Al­Aliim­Beekhaa waa hundaa Kan wanni takkallen beekumsa isaa jalaa dhokochuu hin dandeenye 20. Al­Qaabid­Xiqqeysaa ykn qabataa kan hikmaa isaatin abbaa fedhef bal'isee,kan fadherraa gabaabsu 21. Al­Baasix­Bal'isaa Hikmaa isaatin kan nama fedhef rizqii bal'isu
  • 6. Maqootii Allah 22. Al­Khaafid­Xiqqeysaa Kan sadarkaa (kabajaa) nama fedhee gad buusu, gadi­ galoo godhu 23. Ar­Raafi'u­Ol­Fuudhaa Kan nama fedhef sadarkaa ol kaasu 24. Al­Mu'izzu­Abbaa kabajaa Kan kabajaa namatti godhu 25. Al­Muzillu­Salphisaa kan Nama haqa dide Salphisu 26. As­Samii'u­Dhageyaa Waa hunda kan
  • 7. Maqootii Allah dhagayu,fagaattus,gad­qabdus,isaaf tokkuma 27. Al­Basiir­Argaa Kan waa hunda argu, dhokottuu fi mullattus,iddoo kamittuu 28. Al­Hakam­Kan Haqa Murteessu Kan Dhugaa Murteessee, murtii isaa raawwachiisu 29. Al­Adlu­Wal­Qixxeessaa Kan Hundaafu Haqaan murtii godhu 30. Al­Laxiif­Gamna Hundarraa Kan Waa
  • 8. Maqootii Allah hunda haqiiqaa isii beeku Kan uumamni haqiiqaa isaan beyne 31. Al­Khabiir­Keessa beekhaa waa hundaa 32. Al­Haliim­Kan akkaan obsa qabu 33. Al­Aziim­Guddaa hundaa olii 34. Al­Ghafuur­Abbaa dhiifamaa, Araaramaa 35. Ash­Shakuur­Galateeffataa kan
  • 9. Maqootii Allah dalagaa xiqqoo gabrichaa dachaan Galata galchuuf 36. Al­Aliyyu­Ol­Aanaa kan waa hundaa ol tahe 37. Al­Kabiir­Guddaakan guddina hoonga gahe qabu 38. Al­Hafiiz­Tiksaa kan waa hunda tiysu 39. Al­Muqiit­kan waa hunda qallabu 40. Al­Hasiib­Herragaa kan hojii gabrottan isaa herragu
  • 10. Maqootii Allah 41. Al­Jaliil­Saahiba Guddinaa kan ulfina qabu 42. Al­keriim­Arjaa Honga gahe 43. Ar­Raqiib­Kan ilaalu/Daawwatu waan fedhe laaluf kan dhihoo jiru 44. Al­Mujiib­Owwaataa Kan kadhaa gabroottan isaa qeebalu 45. Al­Waasi'u­Kan Bal'aa (beekumsaan)Kan beekumsi isaa waa hunda
  • 11. Maqootii Allah marfate 46. Al­Hakiim­Hayyuu Kan waa hunda bakka isiin malu kaayu 47. Al­Waduud­Jaalataa, Jaalamaa 48. Al­Majiid­Kabajaafi faaruu guutuu kan qabu 49. Al­Baa'isu­Kan du'aa kaasukan eega du'ani nama jiraachisu 50. Ash­Shahiid­Ragaa kan tokkichummaa
  • 12. Maqootii Allah isaa ragaa bahe 51. Al­Haqqu­Dhugaa/isa dhugaan jiruinnis dhugaa, jechi isaatis dhugaa 52. Al­Wakiil­Irkoo Isa waa hundi itti irkatu, irkof gahaa 53. Al­Qawiyyu­ Jabaa/isa Humna hunda qabu 54. Al­Matiin­Dhaabbataa/isan Jijjiiramneisan shaaramne, hin laafne
  • 13. Maqootii Allah 55. Al­Waliyyu­Gargaaraa, Tiysaa, Kunuunsaa gabricha isaa 56. Al­Hamiid­Isa Faaruun male,Kan faarfamuu qabu, haqa godhatu 57. Al­Muhsii­Isa waan uume hunda Lakkoofsaan beeku, argu 58. Al­Mubdi'u­Isa Uumama waa hundaa Jalqabe fakkenyi isa dura Osoon jirre 59. Al­mu'iid­Isa waan dhabame, nyaadhame deebisee Uumuu danda'u
  • 14. Maqootii Allah 60. Al­Muhyii­Jiraachisaa isa waan lubbuun qabne itti godhu 61. Al­Mumiitu­ Ajjeesaa 62. Al­Hayyu­Jiraataa kan hin duune isa jiruun isaa wahirrattin hundooyne 63. Al­Qayyum­If­Gahaa Kan Jireenyi waa hundaa isarratti irkatu garuu, ofii humaattin haajamu 64. Al­Waajidu­ Isa waan dhabame/bade
  • 15. Maqootii Allah Argu 65. Al­Maajidu­Isa dhugaan dandeettii isaa waa hunda kessatti garsiisu 66. Waahidu­Tokko/Kan waan biro irraa addaa kan wanni akka isaan jirre 67. Al­Ahadu­Tokkicha laman taane 68. As­Samadu­­Dureysa hin haajamne Kan waa hundi itti haajamu. 69. Al­Qaadiru­­Dandayaa Isa dandeettiin isaa daangaan qabne
  • 16. Maqootii Allah 70. Al­Muqtadiru­ Dandeessisaa dandetti kan uumu 71. Al­Muqaddimu­ Dura­Aansaa 72. Al­Mu'akhiru­ Booda­Aansaa 73. Al­Awwalu­Kan Duraa Isa waa hunda dura jiru 74. Al­Aakhiru­Kan Boodaa Kan wanni Isa booda hafun jirre 75. Az­Zaahiru­Mul'ataa Isa nama hikmaa
  • 17. Maqootii Allah isaa kessaan beekuu barbaaduf kan mullatu 76. Al­Baaxinu­Dhokotaa Nama qaama miiraatin isa arkuu fedhe jalaa kan dhokotu 77. Al­Waalii­Bulchaa/Hogganaa/ Gaggeessaa waa hunda too'atu 78. Al­ Muta'aalii­Ol­Tahaa Isa waan Uumamni qabu/fakkaatu qabaachuu/fakkaachurraa fagaate 79. Al­Barru­Tola­Oolaa 80. At­Tawwaabu­Isa Hogguu namaa
  • 18. Maqootii Allah deebi'unama garasaa deebi'u jaalatu 81. Al­Muntaqiimu­Isa Hijaa Bahu(mujrimtootarraa) 82. Al­Afuwwu­Kan Badii guututti namaa dhiisu 83. Ar­Ra'uufu­Kan namaa rifatu, osoo akka namaanlaalle arjoomu 84. Maalikul­Mulki­ Mootii Moototaa 85. Zuljalaali­Wal­Ikram­Abbaa
  • 19. Maqootii Allah Guddinaafi Kabajaa waliigalaa 86. Al­Muqsixu­Kan Wal­Qixxeeysu Haqaan 87. Al­Jaami'u­Kan Waan Uume hunda Walitti Qabu 88. Al­Ghaniyyu­Dureessa Humaattin Haajamne Guutumaa Guututti If­danda'aa 89. Al­Mughniyyu­Duroomsaa Isa durooma nama fedhef kennu
  • 20. Maqootii Allah 90. Al­Maani'u­DhoorgataaIsa hamtuu namarraa qabu 91. Ad­Daarru­Isa Hamtuun nama tuqu 92. An­Naafi'u­''Kan nama fayyadu Hamtuurraa nama Eewala 93. An­Nuuru­Ifaa Ifaa Samiifi, dachii kan tahe 94. Al­Haadi­Qaceelchaa Isa waa hunda
  • 21. Maqootii Allah Uumee, waan uumamtef irratti qajeelche 95. Al­Badii'u­Kan Jalqaba Hawaa kan duraan hin jirre, ilaallata malee argamsiise 96. Al­Baaqii­Waaraa/Kan Bakkatti hafu.Wanni hundi ni dhumti, fuula isaa malee 97. Al­Waarisu­ Dhaalaa Kan waa hunda Dhaalu 98. Ar­Rashiidu­ Barsiisaa Gaarii