Publicidad
Publicidad

Más contenido relacionado

Publicidad

Beekeeping.pptx

  1. PAAKEEJII TEEKNOLOJJII MISOOMA Dammaa Caamsaa 2022 4,2014 Olaank by BY Girma Yandeksa Waajjira Qonnaa A/E/Lafoottii
  2. Seensa Qabeenya Hormaata kanniisaa  Ta’umsaa lafaa fi qilleensii biyyaatti jiireenya kanniisaf mijawaadha.  Biqiluwaan daraaraa gosa 7000 tahaan ni jiru .  Gurmuwwaan kanniisa miliyoona 6 oli tahaan naannoo keenya keessatti ni argamuu.  maatiin kanniisaa milyoona 3.5 ta’an gaagura aadaa kessa, 600,000 gaagura ce’umsaa keessa, 170,000 kan ta’an immoo gaagura ammayyaa/abba fireemii kessa akka jiran tilmamama.
  3. Seens… Qabeenya…  Mukootii bosonaa  Biqiltootaa oyiruu keessatti biqilan  Miciree  Midhaan agadaa,  Midhaan dibataa fi ..kkf
  4. Gosa kanniisaa - shantu jiru 1. Apis mellifera monticola- Tulluuwwan kaaba biyyaati argamu 2. A. m. Bandansii -Giddu galeessa baddaa biyyaa 3. A. m. scutelltata-kibba fi kibba dhiha biyyaa 4. A. m. jemenitica- gammoojji kaaba fi baha 5. A.m. woyi-Gambella- gammoojjii lixaa biyyaa keessatti argamu.
  5. Akka Ithiyoophiyaatti…  Omisha damma 62,000 tones (12.4% total potential production 500,000 tone)  23% Afirikaa  2.3% Adunyaa
  6. Akka Oromiyaatti  Woggatti omisha dammaa toonii 27,000 ta’u fi gagaan toonii 3000 ta’u naannoo keenya keessatti ni omishama  baayinaan gaagura aadaa irraa omishama  gaagura ce’umsaa, gaagura ammayya fi adamoodhaanis ni omishama
  7. Akka Aanaa Keenyatti  Waggatti Omisha dammaa toonii 92.25 ta’u fi gagaan Toonii 11.47 ta’utti tilmaamamu Aanaa keenya keessatti ni Omishama.  baayinaan gaagura aadaa irraa omishama
  8. Faayidaa Horsiisa Kanniisaa -Nyaata namaaf 303kalorii/g - qorchaa adda addaaf ola - Gurgurtadhan madda galii
  9. Gagaa Kannissa  Omisha gagas ni argamisisa  Tajajiila ibsaa mana keessaf ni ola.  Galii ni argamsiisa.  Bu’ura dhaaba dammaa hojjechuuf.  Tajajiila adda addaf ni oola .
  10. Leelee Kannisaa  Leelee jechun bifaan guracha ta’e kaniisonii qawa gaaguraa isaanii kallattii adda addaan duchuuf kan walitti qabaan haphee mukatii
  11. Faayidaa…  Wabii nyaataa mirkaneessuu fi iyyumaa xiqqeesuuf ni fayyada.  Baasii xiqqadhaan gaggeesuun ni danda’ama  Lafa hojii kan biraaf hoolu hin saamu  yeroo hundumaa eeguu hin barbaadu  Neektaarii fi kontee irraa nyaata isaanii waan hojjetaniif naamaa fi beeylada kan biraa wajjin wal hin saaman.
  12. Faay…  jaarsoliin ijooleenii fi dubartooni hojii kana geggeessuu ni danda’u  Kaniisotni biqiloota diqaalomsuudhaan baayinni fi qulqulinni firii isaanii akka dabalu ni taasisu.  Egumsa naannoo irratti faayidaa ni kennu  Namootni meeshaa hormaata kaniisaa hojjetanii guguruudhaan galii ni argatu.  Namoota damma, gagaa fi daadhii daldalanii fi hojjettoota mana daadhii keessa hojjetaniif hojii ni uuma.
  13. Rakoolee hormaata kanniisaa irratti - Tajaajila ekisteenshinii gahaa tahe kennuu dhabuu - Ogesotni leenjii fudhatan hojii hormaata kanniisaa irratti kan hin ramadamne ta’uu - Dhiyeesa meeshaalee hormaata kanniisaa sadarkaa barbadamuun Dhi’eessuu dhabuu - Giddu galeessi leenjii kan hin jirre ta’uu - Haalli gabaa fi liqii mijaa’aa ta’e diriiree kan hin jirre ta’uu
  14. Furmaata  Paakeejii misooma qabeenya kanniisaa hojii irra olchuu,  Bu’aan argame osoo walirraa hin citin akka itti fufu taasisuu  Horsiisonni hundumtu paakeejii kanatti akka fayyadaman taasisuu.  Ogeesotni leenjii fudhatan hojii kanaaf xiyyeeffannoo akka kennaan taasisuu.  Haaluma kanaan paakejiin kun akka armaan gadiitti dhi’aateera.
  15. Kaayyoo Paakeejjichaa  Dhiheessaa fi qabiyyee nyaataa fooyyessuu  Galii horsiisota kanniisaa guddisuudhaan wabii midhaan nyaataa mirkaneessu  Warshaa biyya keessaa tiif fedhii meeshaa dheedhii (dibata, qoricha …kkf) guutuu.  Gabaa biyya alaatiif omisha baayinaa fi qulqullinaan dhiheesuun sharafa biyya
  16. Gosa paakeejii Hormaata kanniisaa Paakejichi gosa sadii qaba. Isaanis a) Teekinoloogii gaagura abbaa fireemii/gaagura ammayya b) Teekinoloojii gaagura ce’umsaa fi c) Horsiisa Aadaa fooyya,e  Teekinolojiin sadanuu bakka hundumaatti hojii irra olchuun ni danda’ama.
  17. I Teekinooloojii gaagura ammayya  Dammi baayinaa fi qulqulinaan akka omishamu taasisa.  Haala mijawaan yoo jiraate gaagura abbaa fireemii tokko irraa woggaatti damma qulqulluu kg 50 yookiin sanaa ol omishuun ni danda’ama  Yeroo ammaa giddu galeessaan woggaatti omishni gaagura tokko irraa omishamu kg 28 hincaalu.  Omishni dammaa gaagura ammayya irraa amma argamu %10 hin caalu.  Omishi gagaa argamu baayyee xiqqaadha
  18. Itti fufa…
  19. QabiyyeePaakeejii 1.Gaagura :-  Meeshaalee paakeejiif barbaachisan keessaa isa murteesaadha.  Naannoo keenyatti gaagurri abbaa fireemii zaanderi jedhamu bal’inaan hojii irra oolee jira.  Gaagurri ammayaa/abba fireemii saanduqa dabalataa (supper)bal’inaa fi dheerina wal fakkaatu lama qaba.  saanduqaaTokkoo keessa fireemii 10 tu
  20. Qa…  Gaagurri tokko fireemii 30 qaba  Fireemii irratti bu’uurri dhaaba harka namaan tolfamee itti qabisiisama .  Kanniisni dammaa fi koomtoo kuusuudhaaf itti fayyadamu.  Gaagurri qadaada qoqorroo lummuxiidhaan hojjetame qaba.
  21. Cont…
  22. 2.Maatii kanniisaa  Maatii kanniisaa naannootti argaman  Maatiin kanniisaa uumamaan omisha baayinaan omishu  Maatii kanniisaa dhukuba hin qabinne
  23. 3. Iddoo Horsiisa Kanniisaa  Manatti dhi’oo iddoo daa’imnii fi beeyladni hin geenye kaa’uu  Manati yoo dhi’ate hordoffiidhaaf ni mijta  Kanniisaa fi horsiisotni kanniisaa jiraachuu  Haala biqiltootaa beekuuf
  24. Qabiyyee  Bishaan qulqulluun jiraachuu (naannoo 0.5km)  Taa'umsa lafaa: Buufatni kanniisaa bakka raaree, bakka lolaan jiru fi mataa tulluu irra ta'uu hin qabu.  Karaatti dhiyoo utuu ta'ee filatama.  Naannoo namaa fi beeyladaa irraa yoo xiqqaate meetira 50 fagaachuu qaba
  25. Qab… 4. Teessoo Gaaguraa  Teesson ,Manaa fi Dallaan ijaaruun barbaachisaadha. Faayidaa teessoo gaaguraa:-  Gondaa fi diinota kan biraa irraa ittisa.  Balaa lolaaf akka hin saaxilamne taasisa.  Lafa irraa Saantimeetira 50 hanga 60 ol ka’ee hojjetama.
  26.  Kunis ol ka’ee margi karaa kanniisni baatuu fi galtu akka hin cufnee taasisa  Teessoon gaagura siree ta’uu danda’a.  Sireen gaagurri irraa ta’u hanga meetira afurii dheerachuu danda’a.  Addaan fageeny gaagura Kanniisaa lama gidduu jiru Meetira 1.5 hanga 2 ta’uu qaba.
  27. Haala hojimaata siree gaagura dhorkituu goondaa wajjin
  28. 5. Godoo:  Godoo yookiin mana hojjechuun murteessaa miti.  Tokko tokkoon gaaguraa qadaada waan qabaniif bokkaa hingalchan  Hata’u malee naannoon iddoo aduu cimaan jirutti yoo mana qopheessan gaariidha
  29. Qabiyyee 6. Maatii kanniisaa dabarsuu  Gaagura ammayyaa dhiyaate qadaada isaa banuun qarqara daajjaa irra kaa'uu  Gaagura aadaa kanniisa qabate haara itti dhaaba isaa tokko tokkoon muranii baasuu.  Yeroo kana akka mootiin akka hin baane ilaalaa dhaaba jiisaa bishaataa fi damma qabu qofaatti kaa'uu.  Kanniisa atattamaan daajjaa irratti jigsuun mootii barbaadanii qabanii keejiitti galchuun gaagura ammayyaa keessa kaa'uudha.  Mootii harkaan yeroo qabnu guwaantii baafachuu qabna.
  30. Gurmuu kanniisaa dabarsuuf meeshaalee barbaachisan  Gaagura aadaa kanniisa qabu  Daajjaa/qeediroo/Afata  Aarsituu  Gaagura ammayyaa qophaa'e  Fireemii biddeen gagaa irraa toshame itti qabate  Uffata kanniisaa guutuu  Tursituu mootii/Queen cage  Haaduu  Buruushii kanniisaa  Meeshaa gagaan murame keessa taa'u
  31. Meeshaa hojjetaa • Haguugii fuulaa • tuutaa • kirrii laastikii • Guwaantii harkaa • Kophee bootii + Sodaa malee tasgabahaanii hojjechuu barbaachisa
  32. Saanduqa dabalataa kennuu • Daraaraan yeroo baayinaan argaamu • haadhoon kanniisaa tokko guyyaatti 1500 hanqaaquu hanga 2000 tti buusti • Kun immoo baay'inna gurmuu kanniisichaa akka dabalu ni taasisa • dhiphina iddoo akka umamuu ni goodha
  33. Saanduqa dabalataa • Kanaafu yeroodhaan dabalata saanduqa dabalata keenuun barbachisaa dha • Dabalata sanduqaa kana Yeroo dabarsanii kennuun • kanniisnii dhaaltee akka baatuu ni godha • Kun immoo humna kanniisa hir’isaa • omisha damma dhabsisuu ykn xiqqeessuu ni
  34. Diina kanniisa (nyaattuu fi ilbiisoota)  Biyyaa kana keessatti dhukuba kanniisaa irra nyaatootaa fi ilbiisota kanniisatu hedduudha  Diinooni kanniisa: - kanniisa ni ajjeesuu, ni nyaatu - Buu’a kanniisaa nisaamu, ninyaatu - Gaguuraati nidhoowaatu - Gurmuu kanniisa akka goodanuu nigoodhuu
  35. Akka walii galaattidiina kanniisa biyyatii kessatti argamaan  Goondaa (miixii)  Nyaatuu gagaa  Boombii (guddaa fi xixiqaa)  Simbiirroo  Hamagotaa  Injiraan kanniisaa  Billaacha guddaa  Leccuu (Lootuu)  Shararitti (sararitti)  Hantuuta kkf
  36. Summeesituu kanniisaa  Summesitoota kanniisa bakka lamaati qoodamuu  Isaaniis; 1 Farra ilbiisoota fi aramaa (kemikaloota) 2. Biqiltuwwaan summi qaban
  37. To’aannoo  Biqiltuu daraare irratti biifuu dhiisuu  Hanga danda"ametti yeroo kanniisotni hojii dhaabaani gaguurati galaan biifuu  Hanga danda"ametti yeroo qabbanaa biifuu  Qoricha daakuu biifuu irraa qoricha dhangala`aa filachuu
  38.  Kanniisa iddoo biifamu irraa fageessuu  Yeeroo bifaamu kanniisooni gaguraa keesaa akka hin baane nyaata kennudhaan karaa gaguura cufuu  Yoo barbachumaan isaa hedduu tahe argamee malee kemiikalaa sumeesituu fayadamuu dhisuu  Xiyyaraa ykn Traktara irra harkaan biifuu  Utoo wal-hin akkeekachisiin biifuu dhisuu
  39. Maatii kanniisaa cimsuu  yeroo gannaa sababii roobaatiin kanniisotni gaagura keessaa bahanii nyaata wallitti qabuu yoo dhadhaban yookiin sababii dhukkubaa fi kan biroon miidhamanii dadhabuu ni danda’u.  yeroo kana (shiroo,sukaara…kkf) nyaachisuu fi jajjabeesuun ni danda’ama  bishaan qulqulluu gabateetti naqaanii kaa’uufiidha
  40. Jeecha  “Beekeepers have financial reason to conserve natural resource”  Horsiistoonni kanniisaa bu’aa isaaniif qabeenyaa uumamaa kununsuu, ni eeguu.  “Beekeeping is an incentive for natural resource conservation”  Horsiisni kanniisaa qabeenyi uumamaa akk kununsaamu fi eegaamu ni guummacha.
  41. Kunn… . Dhorkituu haadhoo kanniisaa galchuu fi baasuu  gara kutaa dammaa (supper) itti galtee akka hanqaaquu hinbuusinnee fi jiisaan hin ijaaramnne meeshaa taasisuudha  kanniisoti hojjetoon koomtoo gara kutaa dammaatti fudhatanii akka hingale fi damma hojjechuuf iddoon akka hin dhiphanne gargaara.  Dhorkituun kan galu dammi osoo hinmuramin guyya 15-25 fuuldura ta’a
  42. Qab… Damma omishuu fi qulqulleessu  Damma omishuudhaa fi qulquleessuudhaaf duraan dursee meesahaalee barbaachisaa ta’an qopheesuu.  Omishuudhaaf aara aarsituu, buruushii, saanduqa dabalataa duwwaa fi hidhannoo hojjetaa barbaachisa.  Qulquleesuudhaaf immoo shukaa ittiin ija buddena dammaa banan yookiin haaduu, ququleessituu dammaa, kuusaa gagaa, kuusaa dammaa fi shuboo gingilchaa dammaa barbaachisa.
  43. II Paakeejii teekinoloojii gaagura ce’umsaa  Teekinooloojiin kun gaagura baaxii-gubbaa(irra-buusa) qabaniin raawwata  Gartokkoon gaagura aadaa gartokkoon immoo gaagura ammayyaa fakaata.  Dammaa fi gagaa omishuun ni danda’ama
  44. Paakeejii fooyyessa Omishaa Maatii kanniisaa:- Haalli tajaajila maatii kanniisaa kanaaf oolu kan ammayyaa wajjin wal fakkaata 1. Gaagura:- • saanqaa, • muka, • shomboqqoo, • shimala, • dhoqqee fi • faltii irraa hojjetamuu danda’a.
  45. sm100 s m 3 0
  46. Hojii gaagura ce’umsaa Omishaa damma harka 2 isa aadaa irra nikenna Gagaa (10% omishaa damma)
  47. Itti fufa… Top-baarii Balina- sm3 Dheerina-sm48
  48. Dammaa fi gagaa omishuu  Gaagura kana keessa baaxii-gubbaa damma qofa qabu addaan baasanii damma muranii baasuun baaxii gubbaa deebisanii galchuun ni danda’  damma qulqulluu kg 20 gagaan kg 2 argamuu danda’a.
  49. III. Paakeejii Horsiisa Aadaa  Horsiisotni aadaan kanniisa horsiisan meeshaa nannoo isaaniitti argamu (hidda, mukka, jirmma, marga, buqqee..kkf) irraa gaagura hojjetanii keessatti kanniisa horsiisanii omisha omishu..
  50. Wayyu (advantage) gaagura aadaa  Gaagurrii salphaatti hojjeetama.  Baasin kanniisa horsiisuuf bahu xiqqaadha.  Hojiin isa leenjii hin barbaduu  Callan gagaa ni argama.
  51. Hanqina Gaagura Aadaa  Keessii gaaguraa faltii fi dhoqqeen waan maragamuuf qulqulina hin qabu  Rooba fi adu hin ittisu  Damma muru fi keessa gaagura to'achuuf hin tolu,  cita kanniisa hin ittisuu  Kuta damma fi jiisa qophaatti hin qabu, yoo dammi muramu jiisan ni miidhama.  Callaan dammaa argamu xinaadha, qulqullinasi hin qabuu  Qorannoo, kannisa sooru fi geejibisiisuuuf hin tolu.
  52. Itti fufa…  Naannoo keenyatti dammii baayeen gaaguraa aadaa irraa omishama.  Baayinnii fi qulqulinni omishaa argamu gadi aanaadha.  Woggaatti gaagura aadaa tokko keessaa gidduu galeessaan damma hinqulqulaa’in kg 5-6 ni omishama.  Dammi kunisi jiisaa, koomtoo, kanniisota du’an, gagaa fi waan kan biraa wajji kan walmakee fi darbe darbee bishaan baayinaan waan qabuuf sadarkaa qulqulina isaa kan eeggate mit.
  53. Damma qulqulluu
  54. Qabiye…  Qadaadii sirrii ta’e kan qabu  Keessi isaa kan ququllaa’eef kan ulame
  55. Qabiyyee… 3.Godoo/gordomoo kanniisaa  Bokkaa kan dhowwuu fi ho’a kan kennuu ta’uu qaba.  Karaa cinaa keenyan kan qabu yookiin kan hin qabne ta’uu ni danda’a. Goondaa Ittisuu qaba
  56. Qabiyyee… 4. Teessoo gaaguraa hojjechuu  Gaagurrii lafa taa’uu hinqabu  Yoo lafa taa’ee diinoti kanniisaa itt galanii baleesu  Teessoon lafa irraa ol ka’ee hojjetamuu qaba.
  57. Qabiyyee… Kunuunsa taasisuu Nageenya maatii kanniisaa eeguu • Nyaattu kanniisaa fi omishaatiin dhumaatiin akka irra hingeenye taasisuu • Maatii kanniisaa dhukubaa, diinotaa fi qoricha farra ilbiisotaa irraa eguu • Mala qaabiinsaa fi eegumsa kanniisaa fooyyessuun barbaachisa ta’a
  58. Akka walii galaattidiina kanniisa biyyatii kessatti argamaan  Goondaa (miixii)  Nyaatuu gagaa  Boombii (guddaa fi xixiqaa)  Simbiirroo  Hamagotaa  Injiraan kanniisaa  Bilaacha guddaa  Leccuu (Lootuu)  Shararitti (sararitti)  Hantuuta kkf
  59. Damma qulquleessu (calaluu)  Dammi erga omishamee booda yeroodhuma sana qulqulaa’uu qaba.  Dammi yoo oolee bule ni itita.  Damma kantare qulquleesuudhaaf yaasuu barbaachisa.  Damma omisahame shuboo, gingilchaa fi cuunfituu dammaatiin qulqulleesuun nidanda’ama
  60. Gingilchaa ykn Shaashidhaan qulqulleessuu  Dammi akkuma omishameen gingilchaa yookiin shaashiidhaan qulqulleeffama.  Nadhhin dammaa gingilichaa yookiin shaashii keessa darbee meeshaa keessatti waltti qabama.  Filannoon kan birraan immoo damma caccabee distii sibiilaatti naqanii aduu irra kaa’anii akka yaa’uu taasisuudha.
  61. Damma hoo’isuu fi qulqulleessuu
  62. Itti fufa…
  63. Damma gaagura aadaa fi ce'umsaa irraa argame calaluu  cuunffituu dammaatiin (honey presser) cuunfuun gingilchaa bal'ina qaawwa adda addaa qabuun calaluu barbaachisa (coars, medium and fine)
  64. Gagaa kanniisaa oomishuu fi qulqulleessuu  Maddaa gagaa: - Dhaaba dullomee fi caccabee - Damma gaguura aadaa fi ce’umsaa irra omishame - Banaa ijaa dhaaba dammaa - Safafii daadhii irra argamuu
  65. Gagaa qulquleesuu/ cuunfuu  Gagaan yoo xiqaate sa'aa 12f bishaan keesa tursuu
  66. Gagaa qulquleesuu/ cuunfuu  sana booda bishaan isaa keessaa cuunfuudhaan gara distii itti baquutti (afeelamutti) dabarsuu
  67. Gagaa qulqulleessuu/ cuunfuu  bishaan itti naquun baksuu ( danfisuu)  akka oli hindafinee boojitoodhaan sochosuu
  68. Gagaa qulqulleessuu/ cuunfuu  eerga baqee raawwatee booda jooniyyaati gargaaramudhaan gabattee afaan bal’aa bishaan qabatee irratti cunfuu
  69. Omisha argamuu danda’u  Akka kanaan duraatti gaagura aadaa tokko irraa wooggaatti giddugaleessan damma hinqulqulaa’in kg 5 omishamaa  Paakeejiidhaan garaa kg 11 fi sanaa olitt ol guddachuu danda’a.  Dammi kun yeroo qulqulaa’u dammi gabbataa kg 9.9 nita’a.  Hala kanaan gagaan kg 1.1 ta’a.
  70. Tooftaa tamsaasa paakeejii  Horsiisota gurmeesuu  Yoo gurmaahan meeshaalee gatiin isaanii ol ka’aa ta’e bitatanii itt fayyadamuu danda’u  Horsiisoti akka wali irraa baratan taasisuun teekinnoloojichi ariitiidhaan akka tamsa’u taasisa.  Meeshaa walii galteen akka ittifayyadaman taasifma.
  71. Itti fufa…  Leenjii kennuu(hojjetoota misoomaa fi qonnaan bulaaf)  Horsiisota moodelii ta’anitti fayyadamuun muuxannoo gaarii babali’suu • Buufata Hojiin agarsiisuu qopheessuu  Ayyaana qopheessuu • Poositerii, fiilmii fi…kkf qopheessuu
  72. GALATOOMAA!
Publicidad